WAA'EE TECHNOLOGY

Akkaata App VLC Media Player fayyadamnu

Akkamu beekamu yeroo amma kana namoonni bayyeen App gosoota hedduu dhimmoota garagaraaf ni fayyadamu keessatu App ittiin ?????, ??3 ?? ????? adda addaa bananii dhageefachuuf Kanaaf guyyaa har’a kana App Popular ta’e kan namoonni miliyoona 100 ol itti fayyadamaa jiran isiniif qabane dhufne jira.

Sababni isaas App warra kan irra kan adda isa godhu wantoonni bayyeen waan jiraniif keessatu kan nuu fayyadaan FKF Youtube irraa video barbaanne kamu salphaatti Audio ykn sagalee qofa filannee akka dhagefanu gochuu ni danda’a, Vidiyoo nuuf banamu dide nu rakkisu salphaatti akka nuuf banamu ni tasisa, dabalatas yoo barbaanne video kamiyyuu dawwachaa bilbila keenya irraa hojii bira akka dalaguu dandeenyu nuuf gochuus ni danda’aa kana qofa mitti setting nu gargaraan heddu of keessa qaba namoonni COMPUTER irratti barbaadan Pc keessan irrattis fayyadmuu ni dandeessu!.

Sababni App kana isiniif qabadhee dhufuuf yaadee inni guddaan akkuma beektan yeroo amma kana Youtube gosa 2 jira Innis YOUYUBE PREMIUM fi Normal kan ta’e dha youtube premium keessati waan argamu kan akka POP UP player fi Audio player isa free ta’e irratti hin argannu kanaaf APPIN har’a isiin agarsiisa jirummoo waan kana hunda dalaguu ni danda’a jechuudha!

Maqaan App kanaas vlc media player jedhama VLC for android jedhe jira play store irra link isaas as website keenya irra isiniif keenyee waan jiruuf asumaan seentanii bufachuu ni dandeessu isiniin jeena.

ABOUT VLC PLAYER APP

VLC for Android is the best open-source video and music player, fast and easy!

VLC media player is a free and open-source cross-platform multimedia player that plays most multimedia files as well as discs, devices, and network streaming protocols.

This is the port of VLC media player to the Android™ platform. VLC for Android can play any video and audio files, as well as network streams, network shares and drives, and DVD ISOs, like the desktop version of VLC.

VLC for Android is a full audio player, with a complete database, an equalizer and filters, playing all weird audio formats.

VLC is intended for everyone, is totally free, has no ads, no in-app purchases, no spying and is developed by passionate volunteers. All the source code is available for free.

Features
VLC for Android™ plays most local video and audio files, as well as network streams (including adaptive streaming), DVD ISOs, like the desktop version of VLC. It also supports disk shares.

All formats are supported, including MKV, MP4, AVI, MOV, Ogg, FLAC, TS, M2TS, Wv and AAC. All codecs are included with no separate downloads. It supports subtitles, Teletext and Closed Captions.

VLC for Android has a media library for audio and video files, and allows to browse folders directly.

VLC has support for multi-track audio and subtitles. It supports auto-rotation, aspect-ratio adjustments and gestures to control volume, brightness and seeking.

It also includes a widget for audio control, supports audio headset control, cover art, and a complete audio media library.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *