Haala Message nama barbaanne to’achuu dandeenyu

Yeroo amma kana namoonni karaalee garagaraatti fayyadamuun bilbila nama yeroo isaan itti to’atan ni argina ta’a. Kanaaf guyyaa har’a kana App tokkoon messeeji namaa salphaatti hordofuu karaa itti dandeessan isin wal barsiisna Appin kunis wanti inni gochuu danda’u waa hedduudha fkn FACEBOOK,WHATSAPP,IMO,EMAIL,SMS FI kkfn karalee hunda messejii isiniif ergamu fudhate gara nama kan birootti dabarsuu ni danda’a jechudha!.

Akkamitti itti fayyadamu dandeenya: jalqaba irratti App Share Notification jedhamu gara bilbila to’achuu barbaadani irratti install ni gootu achiin booddee Email keessan isa itti hordofuu barbaadan itti ni galchitu isan boda APP bilbila nama isa hordofuu barbaadan sana irra jiru keessa wantoota akka SMS, FACEBOOK,WHATSAPP, IMO, kaneen biro waan barbaadan ni filatu kana boda yeroo hunda wanti silkii nama sana irratti argamu hundii koppii ta’e gara Email isin itti galchitan irratti waan ergamuuf gara bilbila keessanitti dhuftani App Share Notification download gochuun Email bilbila nama sana irratti galchitani turtan sana silkii keessan irratti App Share Notification waliin wal qabsiisuun wanta Abbaan suun nama waliin hasa’uu hunda hordofuu ni dandeessu jechuudha Sababni isaas wanta abban suun silki isan nama waliin waliif barressu koppii ta’e email itti galchitan sana irratti waan eegamuuf gara kessaniis ni dhufa jechudha wanti isin irra eegamuu bilbila lamaan isa irratti install gochuu qofa!

faayidaan App Share Notification kana qofa miti messejii delete ta’e deebistanii argachuuf illee isin gargaara akkasumas ergaa namnii isiniif ergee osoo namni isiniif ergee dubbisuuf dhisuu keessan isiin irratti hin beekin ilaaluu ni dandeessu!

Dabalata Akkata itti fayadama isa video kana irraa hubachu ni dandeessu.

The description of Share Notification

This app is to share you and your other members’ notifications in one place.You can share any of installed apps and system apps notifications.Most of the people use for social media (like messenger, twitter, instagram, tiktok, etc), banking, messaging, incoming call and others.Trigger sniffing attack for good purpose or learning, you can sniffing your victim steps like chatting, who is calling him, messaging.Your login information is safe, you don’t have to worry about your login information, we don’t show up your login info on screen.Simply you can turn off the sharing service as you want.If you want to monitor other notifications only, you should turn off the Listen Notification switch in app setting.You can save specific notifications to show up.Query your data with notification’s title and specific app.

APP AS TUQUUN BUFADHAA DOWNLOAD

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

error: Alert: Content is protected !!