Afaan kamiyyuu gara afaan oromootti jijiru kan ittin dandeessu waan ajaa’iba
Oduu Gammachisaa afaan barbaadan gara afaan oromooti jijiruun danda’ame jira! akkuma bekkamu waggoota hedduuf google afaan keenya afaan oromo afaan dijitalaa akka nuuf godhuuf karaa bayyee yaalameera ammaas yaalamaa jira. haa ta’u iyyuu malee milka’uu hin dandeenye kanaaf ammayyuu tanaan google translate keessa hin seene!
Kanaaf APPin haaraa dhimma kanaf sirritti nu gargaruu ni jira Hi Translate – Chat translator jedhama APPIN kun afanoota 90 ol translate gochuu ni danda’a Afaan keenya afaan oromo dabalatee! kana jechuun afaan kamiyyuu gara afaan barbaadanitti jijiru ni dandeessu jechudha wow heddu namatti tola.
Hata’uu iyyuu malee rakkoo murassa ni qaba innis fkn afaan inglifaa iraa gara oromotti yeroo jijiruu al tokko tokkoo ni dogogoraa sababni isaas refuu waan hojii eegaluuf akkasumaas Database GOOGLE keessa jechooni afaan oromoon bareefamaani jiran muraasa waan ta’eef kanaaf amuuma namni afaan oromo fayyaadamu bayyachaa ademuu jechooni fi system google wal dubbisa adeema kana jechuun obsaa amma jiru app kana kessa fayaadamu dha.
Afaan oromo argachuuf language ykn qooqa jiran keessa (oromo) jettanii sarchii gochuu qofadha irra isiniif ta’a jechuudha!
Fayidaan APP Hi translate kun kana qofa mitti waan heddu dha fkn bareeffama suuraan jiru tokko photo kaassuun qofaan gara afaan barbaadanitti jijiruu ni dandeessu fkn kan Afaan china dhan jiru gara afaan araabati jijiruu fi language kamiyyuu fayaadamu isin dandeessisa. kana jechuunis nama qooqa isa hin beekne tokko waliin salphaati hasa’uu akka dandeenyu nu tasiisa!
About Hi translate App
Hi Translate for Android is a free app specially designed to be fully-featured voice app. “Hi Translate- Most favorite language translator for text translation and imagine translation. Language free translator, speak and voice translator, whatsapp and Messenger translator which allows you to translate all language like English to Arabic translator and many other.Offline translation modeand Voice translation available.Real-time voice translation to both text and audio
Main Feature:
1. One-step chat translation assistant:free to drag the ball floating to the translation of the chat conversation content bubbles, just one step, the contents of the bubble will be translated into the specified language and over the chat bubble.;
2. Send the translated foreign language when chatting: input any language in the input box of the dialogue, drag and drop the floating translation ball to the input box, translate the text of the input box of the chat into the language used by the recipient, and directly send the foreign language anytime Say Hi to others.
3. Translate chat APP: Quickly double-click floating translation ball, translate APP for your native language, chat translation and foreign language learning one step faster.
4.Clipboard text translation: Copy the text, click the floating ball translation, translation of the text has been copied.