BARRUULEE

Vidiyoo kan ittin edit goonu PowerDirector isa haaraa

Yeroo amma kana namoonni bayyeen bilbila isanitti fayyadamuun video ajaa’iba ta’an hedduu yeroo isan dalagaan ni arginaa ta’a! garuu Appi gosa isa kam akka isaan fayyadaman hin beennu ta’u danda’a garuummoo namoonni bayyeen App Kan akka KINEMASTER, POWERDIRECTOR, ACTION DIRECTOR FI CUPCUT fayyadamuu! Haa ta’u iyyuu malee bayyeen isa yeroo playstore irra gadi buufne itti fayyadamuuf kaanu milikkita offiira qaba (Watermark) akkasuumas app sana gidutti wantoota feene hunda akka nuun hin dalagneef ilee nuu dhorkuu.!?

kanafuu furmaatni malii yoo jeetan Pro isa fayyadamu qabdu YKN bituun ykn immoo Online irra barbaaduun beeksisa irra bilisa kan ta’ee fayyadamuu qabnaa. Kanaaf guyyaa har’a as website keenya irratti update kan ta’e isiniif gadhiisne jira wan ta’eef salphaatti as irraa tessanii gadii bufaachuu dabdeessu.

Power dirctor kinemasteriiti aansee sadarkaa lamaffaa irra kan jiruudhaa haala bayyee salphaan bilbila nama hunda irratti kan.dalaguu yoo ta’u itti fayyadamaaf lafaatti dalagaa. Namoota youtubera tahaniif yaddammee kan hojetamee wan ta’ee waan hundaa of kessatti qabate jira fkn videi background jijjiruu, video kutuu, sagaleef video adda basuu, kalarii video jijiruu fi kkf hedduu ni dalagaa.

Hojiilee POWERDIRECTOR dalaguu danda’u keessa muraasni isaan kanaa👇

  1. 🔥 Powerful editing tools to create every type of video:
  2. • Trim, splice and rotate videos with simple taps
  3. • Control brightness, color and saturation with precision
  4. • Apply jaw-dropping effects and transitions with drag & drop
  5. • Combine pictures and video in one clip using the multi-timeline
  6. • Add text or animated titles to your video in seconds
  7. • Add voiceovers recorded on your mobile device a built-in editor
  8. • Create video and picture collages with PiP overlays*
  9. • Enjoy hundreds of free templates, video effects, filters, background music and sounds

Kanaaf guyyaa har’a as website keenya irratti update kan ta’e isiniif gadhiisne jira wan ta’eef salphaatti as irraa tessanii gadii bufaachuu dabdeessu!

DOWNLOAD Power director app

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *