Kinemaster bifa haaraan dhufee jira (WATERMARK) isaa hin qabne bufadhaa
Bayyeen keenya appi kana ni beekna jedheen yadaa kessattuu video yeroo bayyee namoonni edit gootan ni beektuu kaneen youtubera tatan immoo yeroo yerootti update gocha akka jirtan abdii guddaan qaba.!
KineMaster daqiiqaa muraasa keessatti viidiyoo qulqullina ogummaa qabu akka uumtu si gargaara Youtubers hundi maaliif KineMaster beeksisa miidiyaa hawaasaaf akka jaallatan fi abbootiin qabeenyaa daldalaa, gaazexeessitoonni, barsiisonni, fi gabaa-geessitootni maaliif ogummaadhaan akka itti fayyadaman barbaadi! Viidiyoowwan ajaa’ibsiisoo mataa keessanii gulaaluu fi qooduuf KineMaster buufadhaa!
Namoonni hojii youtube hojechaa jirtan hundi kinemaster kana ni barbaaduu jedheen yadan ykn kan youtubera ta’uuf yadaa jirtan sabaabni isa kinemaster dirqama isin barbaachisa waan ta’eef waantin akkas jedhef immoo sababoota hedduu wanaan qabuuf jecha! Sababni koos isaan kana
1. Hojii gurguddaa ta’an kan computer irratti qofa dalagamuu danda’an hedduu isa salphaatti bilbila keenya irratti bakka barbaadne teenyee hojechuu akka dandeenyu kan gochuu danda’udha!
2.Vidiyoo keenya dugda duuba isa salphaatti jijiruuf nuu dandeesisa!
3.Video barbaadne kamiyyuu hanga 4k ti edit gochuu fi export gochuudhaan iddoo barbaannetti gadhiisuuf kan dandeenyuudha!
4.Suuraa gara vidiyoo ti jijiruu fi walitti makuun gara tokkotti fidu nu dandeessisa dabalatas wantoota hedduu itti dadaabaluu ni dandeenya effect garagaraa jedhu kiyya!
5.video iddo adda addaa irra finnee bakka tokkotti edit gochuudhaan voice over record irratti godhuus nu dnadeessisa maal kana qofarre waan hedduudha hojiin isa Kanaaf tora website keenya irraa bufadha itti fayyadama isiniin jennaa!
future of kinemaster✅
• Download and re-edit projects from the Get Projects menu (NEW!)
• Import and export project files (NEW!)
• Tools to cut, splice, and crop your videos
• Combine and edit videos, images, stickers, special effects, text, and more
• Add music, voiceovers, sound effects, and voice changers
• More than 2,500 downloadable transitions, effects, videos & images, stickers, fonts, and animations from the KineMaster Asset Store
• Create amazing visual effects by reversing, speeding up, adding slow-mo, and applying blending modes
Use color filters and color adjustments to make your video stand out
• Color adjustment tools to correct and enhance videos and images
• EQ presets, ducking, and volume envelope tools for immersive audio
• Keyframe animation tool to add motion to layers
• Save your video in 4K 2160p at 30FPS
• Share on YouTube, TikTok, Facebook Feed and Stories, Instagram Feed, Reels, Stories, and