BARRUULEE

Appiwwan ajaa’iba suuraa edit gochuuf nu gargaaran 3 (best free photo editor)

Akkam jirtuu hordoftoonni maatiiwwan website BIGTECHORO.COM hundi akka nagaa tatan abdii guddaa qabna.
Guyyaa har’aa wanti nuun isiniif qabanee dhufne APPI suuraa haala ajaa’iba ta’een bilbila kessan irrati edit gochuuf isiin gargaaran gosoota 3 kan qarshiin bitaman PRO GOLD isanii tolan isiniif kennuuf dhufne jira Kanaaf website kenyaa kana irraa salphaatti gadi buufachuun itti gargaaramuu ni dandeessu hundii isani update kan ta’aniidha dabalataniis yeroo hunda hordoofne ni haromsiina ykn update ni gona Kanaaf akka fedha kessanitti kan barbaadan Download godhachuun install gotani itti fayyadamuu ni dandeessu isiniin jenna.

1. Adobe Lightroom: Appin kun bayyinaan namoota photographer ykn color grade suuraa irratti hojechuuf fedha qabaniif fayidaa guddaa qaba Sababni isaas wantoota heddu dalaguuf humna kan qabuuf sirritii photo kamiyyuu edit gochuuf dandeettii kan qabu waan ta’eef Egaan suuraa kessan irratti Bifa (color) garagaraa umuuf ykn tolchuuf isiin gargaara fkn suuraa bayyee dukkanaa’a ture ifa gochuu, kan bifti isa hin miidhagneef midhagina itti gochu, fuula namaa kan bugurii garagaraa qabu qulquleessu (SMOOTH) gochuuf bayyee kan isin barbachissudha Egaan fayyidaan isa kanaa qofa miti waan hedduudha wanta ta’eef bufadha itti fayyadama jennaa gama kenyaan.

3. Snapseed: Appin kun immoo kan bayee nama ajaa’ibu namoota heddu biratti fudhatama kan qabu dhaSababiin isaas itti fayyadamuuf kan namaaf salphatu waan ta’eef. Kanaa malees suuraalee keenya akka gaariitti ba’eessa gone edit gochuuf kan nuu degeruudha sittiingi hedduus wanta off kessa qabuuf wantoota danuu photo kenyaa irratti dabaluuf nu gargaara App snapseed kanaas PRO isa isiniif keenyee waan jiruuf salphaatti asirraa bakka download jedhu tuquun silkii kessan irratti gadii busuun itti fayyadamuu ni dandeessu!

DOWNLOAD SNAPSEED PRO


3. Picsart Gold Pro: Akkuma beekamu yeroo amma kanaa namoonni hedduun kompiitara gargaramuun wantoota bayyee ni dalaguu kessatu suuraalee gosoota adda addaa edit gochuuf filannoon isani Adobe photoshop dha haa ta’u iyyuu malee namni bayyeen immoo kompiitara kan hin fayyadamne ni jira Marreen eega namni salphaatti wantoota Sadarkaa kompiitara irratti Adobe qofaan dalagamaan bayyee isaa silkiin hojechuu barbaadee hundii App PICSART fayyadamuu qaba jenna gama keenyaan.

Appiin kun gosa lama jira inni jalqaba play store irra fayyadamtoota miliyoona 500+ ol ni qaba Free waan ta’eef namonni bayyeen isa fayyadamu haa ta’u iyyuu malee yeroo isa Free ta’etti fayyadamtan wantoota hedduu isiin irra ni hir’isa sababni isa wanta picsart sana kessatti argaman hunda isinii gadhisuuf kaffaltii waan gafatuuf Kanaaf kaneen Appi picsart kana barbaadan GOLD isa PRO kan ta’ee Tolan salphaatti asi irraa gadi bufachuun itti fayyadamu ni dandeessu isiniin jenna bilbila namaa hunda irrattis ni dalaga waan taa’eef itti gammadu!.

Waan gara toora marsariitii kenya bigtechoro.com dhuftaniif immoo galatomaa isiniin jenna THANKS🙏.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *