BARRUULEE

Appiwwan qarshiin bitaman tolaan buufadhaa

Har’a wantin isiniif qabadhee dhufee Appi gosaa sadiidha kan bayyee isiin fayyadaniidha wan ta’ee itti fayyadamuu qabdu jedhen yadaa fayyidaan isaan isiniif kenaan hedduu inni jalqaba video editiif kan isiin gargaarudha inni lamataa suuraa edit gochuuf isiin fayyada inni sadaffaa immoo namoota bilbilli kessan humna guddaa hin qabne jechuun RM isa xiqqoo kan ta’eef hedduu isin gargaraa Sababni isaa bilbila nama hunda irratti waan dalaguuf itti gargaramuuf namaa hin rakkisuu.

1.picsart gold premium pro Photo editor 2021

Namoonni bayyeen suuraa isanii edit gochuuf App gargaara fayyadamu isan kaan immoo computer irratti photoshop fayyaduu garuu APPIIN suuraa kenya 90% ol silkii kenyaan edit nuuf gochuuf dandeettii qabuu PICSART kan jedhamuu ni jira.

Appiin picsart jedhamuu kun gosaa bayyee jira fkn Picsart Gold, picsart Normal, fi picsart Free kan jedhamaniidha Kanaaf anii waggaa 2 oliif kaniin itti fayyadame argee ykn kan hojii guddaa nuuf dalaguu ni danda’a jedhee yaaddu PICSART GOLD isa jedhamuudha Sababni isa hojii adobe photoshop dalagaa hunda hojechuu kan danda’uudha. Suuraa kessan haala ajaa’iba ta’een silkiin edit gachuu yoo fetaan dirqama isin fayyada wan ta’ee bufadha itti fayyadama jedhaa.

PicsArt Provides Almost 90% Of Photo Editing Tools And Features, And You Need Some Editing Skills To Be PRO On This Application.

Moreover, PicsArt Is Social Media Of Photo Editors Around The World So That You Will Get Limitless Ideas From There.

PICSART GOLD PRO DOWNLOAD

2.Power director pro

power dirctor kinemasteriiti aansee sadarkaa lamaffaa irra kan jiruudhaa haala bayyee salphaan bilbila nama hunda irratti kan.dalaguu yoo ta’u itti fayyadamaaf lafaatti dalagaa. Namoota youtubera tahaniif yaddammee kan hojetamee wan ta’ee waan hundaa of kessatti qabate jira fkn videi background jijjiruu, video kutuu, sagaleef video adda basuu, kalarii video jijiruu fi kkf hedduu ni dalagaa.

Hojiiwwan powerdirector pro isiniif dalaguu isaan armaan gadiitti argamaniidha

  • No Watermark in the Video
  • Chroma Key supported to Remove Background or Green Screen.
  • You can add any formats of video and photo in the PowerDirector.
  • Slow-motion editor lets you create slow-mo video FX with a few taps.
  • Save videos to your phone or upload to YouTube, Facebook, Tiktok & more
  • Crop and Rotate Video.
  • You can Trim Video.
  • You can also add music and voice over in the video.
  • Export video in 720p, Full HD 1080p, and 4K.
  • Video collage effects bring out the best in your scene.

PowerDirector pro DOWNLOAD

3. PixelLab pro thumbnail maker

Pixellab kan jedhamuu kun immoo Youtube Facebook fi social midea hundaaf suuraa dura isa nuuf ta’u kan nuuf dalagudha yeroo bayyee THUMBNAIL jennee isa waamnuudha isa qofa mitti LOGO Banner fi Text gargaara akka ajaa’iba ta’eetti kan nuuf hojechuuf dandeettii guddaa qabudha. Beksisa ykn ads kan jennu ofirraa hin qabu free dha akka barbaanetti itti gargaraamu ni dadesnya DATA Intarneetii nuun gafatu free wan ta’eef offline fayyadamuus ni dandeenya.

Pixellab pro DOWNLOAD

kinemaster pro isa haaraa bufachuuf as tuqaa DOWNLOAD

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *