HOJIIWWAN QARSHII GURGUDDAA NUUF KAFFALAN
Hojiiwwan qarshii gurguddaa nuuf kaffalan online kana tahan qofa odeeffannoo isiniif laanna. Isaan kun gama gijitaalii ykn online teenyee hojjechuu yoommuu tahu kanneen galii saffisaa nuuf kennan qofa osoo hin taanee bara jireenya keenyaa haga dhaloaataa dhalootatti darbuutti galii nuti argannuudha. Kana jechuun dhaloota keenyatti galiin darbu kaampaanonni akkasi yeroo ammaa hawaasa addunyaa hirmaachisaa jiruudha. Kunis kanatti fufee kan jiruudha.
0=”https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/.js?client=ca” crossorigin=”anonymous”>DHAABBATAA sheerr kampanii ( SHARE HOLDER COMPANY)
Namootni biyyoota gurguddoo jiraatan ijoollee isaanii umurii shanii kaasanii share bituudhaan beekamoodha. Ijoolleen isaanii gafa of ga’anii guddatan rakkoo qarshii hin qabaatan kallattumaan share waan qabaniif achirraa galii argachuu eegalu. Share bitachuun yeroo hedduu obsa kan barbaadu tahullee biyya keenya keessatti yeroo dhiyoodhaa asitti kan beekamaa dhufeedha. As keessatti dhaabbilee addunyaa waggaa shanan kanaa kaasee miliyoonota hedduu miliyeenara godhe tokko isiniif hima.
Kaampaanii biyya raashiyaa keessatti kan eegale Evorich (Evolution of Rich) jedhamee beekamuudha. Dhaabbanni kun biyya keenya keessatti hirataa abbaa qabeenyichaa namoota kumaan lakkawaman horatee jira. Kaampaaniin kun waggaa shan dura kan eegale guddinaa fi saffisni isaa kanneen akka Apple company, Amazon irra baayee fagaataa jira. Waggoora muraasa dura gara sadarkaa kurnan gurguddoo addunaatti nii dhufa jedhameetu eegama.
0=”https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/.js?client=ca” crossorigin=”anonymous”>Hojiileen kaampaanin kun hojjetan keessaa kanneen akka skyway –baabura qilleensarra deemu tolchuu, warqee oomishuu, real state, fi kkf hojjechuu irratti bobbahee jiruudha. Waggaa lama dura biyya keenya keessatti ministeera geejjiba waliin daandii baabura qilleensa irraa hojjechuuf kan walii galan yoommuu tahu kaampanota akkasii irratti qarshiidhuma xiqqoo qabnu invest yoo goonee yeroo isaatti galiin nuti argannu kan abbaa gamoo meeqaa nu taasisuudha. Akkasuma ijoollee ijoollee keessanitti akka darbuuf illee nii danda’ama.
Bifa biraatiin biyya keenya keessatti hagas mara qarshii gaarii argamsiisuu baatus dhaabbileen hirannaadhaan uummataaf dhaabbatan kanneen akka Baankilee, Waliif Share, fi kkf nii jiru. Isaan kunneen garuu hamma barbachisaa nuti argachuu qabnu kan nuuf kaffalan tahuu dhiisuu malu.kana waan taheef akka addunyaa keessa jirruus tahu akka biyya keenyaattis baroota nuti jiraannu keessatti galii gaarii nuuf kaffalaa deema kan jennee abdannuu dhaabbilee qooddannaa keennaniidha.
0=”https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/.js?client=ca” crossorigin=”anonymous”>HOJII DIJITAALAA
Hojiin dijitaalaa jedhaman kunis kanneen akka online nuti hojjennu tahee garuu qarshii guddaa kan nuuf kaffalaniidha. Qarshii guddaa gaafa jedhamu akkaataa dandeettii keenyaa ilaallee kan guyyaatti doolarota kumaan lakkaawaman argannu jechuudha. Hojiin keenya idilee gurgurtaa online yoo tahe galii jedhamu kana argachuu nii dandeenya. kana jechuun ammo dhaabbata tokko irraa jechuu osoo hin taanee wal faana dhaabbilee adda addaa hojjechudha. Mee isaan kana yoo ilaalle Blog/Website haa fudhannu.
Website nuti jennu kuni karaalee saddet oliin akka nuuf kaffalu nii beektu. Nutimmoo sanuu lamaan baayisnee 16 oliin karaa itti galii argannu taasisuu dandeenya. kana jechuun dhagaa tokkoon simbira lama rukutu jechuudha. Kanaaf blog tokko irraa nuti qarshii guddaa kan argannu akkaataa dandeettii keenyaatiin kan wal gituudha. Hammam nuti jabaa taanu kan argannus akkasuma guddaa taha.
Hojiiwwan komiishinaa- dhaabileen komiishina nuuf kaffalan hedduutu jiru. Nuti hoji komiishinaa kan hojjennu product fudhannee sana karaa hedduu kan gurgurruudha. Nuti kan dhiyeessinu addunyaaf tahuu qaba. Fakkeenyaaf konkolaataa har’a kaampaanii irraa bahe tokko gurguruu yoo feetan gatiin isaa $100,000 yoo tahe biyya keenya keessaa namni kanaan bitu jiraachuu dhiisuu mala waan taheef nuti manuma keenya teenyee biyyoota guddatanitti gurguruu danda’uutu nurra jira. Inni kun ammo wayita ammaa salphaadha.
0=”https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/.js?client=ca” crossorigin=”anonymous”>Kanas yoo barbanne kara blog qopheessinee tahuu danda’a ykn kara facebook hojii beeksisaa hojjennee komiishina keenya argachuu dandeenya.
Youtube- Youtube dhaabbata amma maamiltoota isaaf kaffalaa jiruudha. Haalli kaffaltii fi seerri isaa hagam dadhabsiisaa tahullee garuu hojii nuti hojjennuun gara maamiltoota keenya irratti hundaa’ee akkaataa jabina keenyaan kan nuuf kaffaluudha.
Kanneen akka email, facebook business fi kkf – isaan kana yoo sirriitti kan beeknuu fi hojjennu taanee dhaabbata sirriitti nuuf kaffalaniidha. Garuu beekuutu nu barbaachisa.
Kanaaf qarshii guddaa nuti hojjennee argachuu dandeenyu sadarkaa online irra wayyeessa. Keessattuu dhaabbilee olitti xuqamanii fi hojiin nuti xiyyeeffannoodhaan gama internet irraan hojjennu yeroo hundaa yoo irratti hojjenne qarshii guddaa kan argachuu dandeenyuudha.
APP message bade imo whatsapp fi messenger irraa nuuf deebisuu. Bufadha